1 Kings 5:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jecha hayyu gula worri d'akha gugurda dadansa boch'eni yayaba Mana Waaqaa tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi akka dhagaa gugurdaa mimmishaa lafaa qotanii baasanii baqassanii bu'uura manaatiif akka qopheessan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ajaja mooticha Solomooniitiin, dhakaa gugurdaa gatii guddo'oo ka hundee Galma Waaqaatiif te'u, qotanee baasanee bocanee fidane.