1 Kings 5:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini imbeeta, aka maro woraana nyaapa isaatiifi abbaani kiyya Daudini Mana AABBO Waaqa isaa keesati kad'atani jaaru dad'abe, haga AABBO Waaqi nyaapa isaa ch'ufa isa dabsachiisuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akka abbaan kiyya Daawiti diintota naannoo isaa jiran maraa woliin wol lola'aa ture ati hin beetta; diintota ufii mooyatu'uuf jedhee mana Woyyuu Rabbii Waaqa ufii akka ijaaruu dadhabe ati hin beetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Abbaan kiyya Daawiti sababa diinota karaa maraan isatti ka'aneef, haga Mootiin Waan Maraa injifachaa isaaf kennutti, Mootii Waan Maraa Waaqa ifiitiif Galma Waaqaa ijaaruu akka hin dande'in ati hin beetta.