1 Kings 5:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma hojattu tante Lebanoniti naa ergi, ha hind'eesa na gadi ch'irtuti hojattuni tiyyaleeni hojattu tante woliini hojati, ammalle hori waan atini baasi jettu ch'ufa anini imbaasafi. Atini imbeeta, nami keenna tokoleeni aka worra keesani ka Sidoni mukha ch'iru imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma gosa kiyya keessaa namni akka worra gosa Siidooniititti muka muruu hin dandeenne waan beettuuf ati garboota kee birbirsa libaanosii akka naa muran naa ajaji; garboonni tiyyallee garbootuma tee woliin haa hojjatanii, gatii hojjattoota keetiillee akkuma ati jette maratti isaanii kaffala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre nama akka worra Sidoonii muka muruu beeku, akka nuuti hin qanne hin beetta; namoota keetiif mindaa ati jette ani hin kaffala, tajaajiltoota tiyya woliin dhaqanee, Libaanon keessaa hindheensa akka naaf muranu, namoota keeti naaf ergi» jedhe.