1 Kings 5:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiramuni d'aamsa Solomoni d'ageennaani aka male gammade waan jed'e, Arra maqa AABBO Waaqa ha faarsani, waan inni ilma qaro akana kana Daudii kenne, ka hayyuma isa iraa fuud'e gosa guddo akana tana fidu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiraam waan Solomoon jedheen dhagayee guddisee gammadee «Rabbiin banii guddaa kana keessatti ilma ogeessa Daawitii kenne galanni haa gayu!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiiraam ergaa Solomoonii yennaa dhage'e, guddoo gammadee, «Gosa guddoo tana akka bulchu, Mootiin Waan Maraa ilma qaroo Daawitiif kenne, adha leellifamuu ti!» jedhe.