1 Kings 5:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kiyya mukha Lebanoni ch'ire baariiniti gajisse, achiti wolti hid'ani aka bisaani galaana suni fuud'ani fulla atini feetuni d'ufani. Duuba achiti jari kiyya gargari hiikhe, jari kanke guurata. Atini gama kanketini sagale jara kiyya kennu malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboonni tiyya muka Libaanoosii fuudhanii gara galaanaa sii fidan; anillee muka san yabalatti feesisee galaana irraan hulee ati jette sii geessee achii fudhatta; atillee nyaata mana kiyyaaf barbaachisu naa kennita» jedhee gara Solomoonii dhaamsa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti kiyya jigeessota Libaanonii gara abbaaya'aatitti harkisaa gad hin fidan; addee ati barbaadde akka si'iif gewu, wolitti hiisisee abbaayaa irra deensisee si'iif hin erga; achitti ani gargar hiikisiisee, atille hin fudhatta; atille worra mana kiyya keessa jiruuf sagalee dhikeessiisaan fedha kiyya hin guutta» jedhe.