1 Kings 6:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini mana atini jaartu kana keesa worra kiyya ka Israeli woliini tae, deebie worra illakisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana woyyuu ka ati ijaarte kana keessatti si'ii fi banii kiyya Israa'eliin jidduu jiraadha; sirima isaan irraa hin fagaadhu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Israa'eloota odduu hin le'a; ani kolbaa tiyya Israa'el hin gatu» jedhe.