1 Kings 6:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Girgida garaa keesa mukha hind'eesatini mid'aasani haguma jala fuud'ani gubbati d'aabani garaa Mana keesa lafale mukha jajaba d'ibiini mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijaarsa mana woyyu'uu gara keessaatiin lafa irraa haga ginnoo manaa cufanaa muka birbirsa Libaanosii irraa hojjatameen ijaare; baqassaan lafatti afame ka muka Libaanosii irraa hojjatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni keessa Galma Waaqaa hundee isaatiin jalqabee, haga heellicho'ootitti falaxaa muka hindheensaa itti siree, lafa keessa Galma Waaqaa falaxaa birbirsaatiin huje.