1 Kings 6:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kuta garaa keesa, ta Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo jed'ani gama dinqa mana suniti jaarani. Kuta suni d'eerinni isii d'und'uma diddama, ammalle isi mukha hind'eesatini bada mana kaani iraa kutani haguma jala fuud'ani gubbati d'aabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kutaa gara keessaa mana woyyittii woyyootaa jedhamu mana woyyuu duuba irraan diqqoo keessa seenee ciqilee diddama ijaaree muka birbirsaatiin golge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galma Waaqaa keessatti, gara duubaatiin, Addee Irra Caalaa Woyyittii addaan baasiisaaf, kolloo ciqilee diddamaa, lafa irraa kaasee haga heellicho'oo falaxaa muka hindheensaa itti sire.