1 Kings 6:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni dinqa Mana suni mid'aase, aka Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa achi kayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waadaa Rabbii keessa kaayu'uuf woyyittii woyyootaa qopheesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Galma Waaqaa keessatti, gara duubaatitti, saanduqa gondooroo Mootii Waan Maraa keessa keyiisaaf, Addee Irra Caalaa Woyyitti'ii ta gara keessaa ijaare.