1 Kings 6:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mani Solomonini AABBO Waaqa jaare d'eerinni isaa d'und'uma jaatama, ballinni d'und'uma sodoma, old'eerinnileeni d'und'uma sodoma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dheerinni mana woyyuu Rabbii ka Solomoon Rabbii ijaare ciqilee jahaatama; dalgi ciqilee diddama, hojjaan isaa ciqilee soddoma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galmi Waaqaa ka mootichi Solomoon ijaare sun, dalla dheerinni isaa ciqilee jaatama, badhinni isaa ciqilee diddama, hojjaan isaa ciqilee soddoma.