1 Kings 6:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana suni garaa isaa ch'ufa worqiini mid'aasani ch'okhani, ammalle sansalata worqi balbala dinqa ka worqiini mid'aasaniti kayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee woyyittii woyyootaa afoo hulee ciinca'aa muka birbirsaa irraa hojjatee worqii misha'aan dibe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon keessa Galma Waaqaa worqii qulluu itti gonfee, Addee Irra Caalaa Woyyitti'ii ta worqi'iin gonfante san dura, haachaba worqi'ii diriirse.