1 Kings 6:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana suni, keesa isaa ch'ufafi waan sorio irati baasani, ka Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo keesa jirule worqiini mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon mana woyyuu keessa worqii dibee hulee ciinca'aa ka hulee woyyittii woyyootaa afoo jirullee worqii dibe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni keessa Galma Waaqaa duudii worqii itti gonfe; addee ciinca'aa ta Addee Irra Caalaa Woyyitti'ii ta gara keessaa keessaalle worqii itti gonfe.