1 Kings 6:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekha waan lubbu qaba ka koola lama mukha ejersatini mid'aasani Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo naqani, ka kamu d'eerinni isaa d'und'uma kud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee woyyittii woyyootaatii fi Kiruubeelii lamaa ka ciqilee kudhanii hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon fakkii dada ol-gubba'aa ta koola qaddu lama ta dheerinni tokko tokkoo isaanii ciqilee kudhanii, muka ejersaa irraa hujee, Addee Irra Caalaa woyyitti'ii ta gara keessaa keessa keye.