1 Kings 6:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekhi sunini lachu waan ch'ufaani akuma takaa jira. Lachu koola lama qaba, koola ch'ufa d'eerinni isaa d'und'uma shani; duuba akanaani kooli suni d'und'uma kud'ani wolhanqata gara fit'etini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Koolli Kiruubii tokkoo ciqilee shan; koolli Kiruubii lammeesso'oollee ciqilee shan; dheerinni qaccee koola Kiruubii duraatii jalqabee haga qaccee koola Kiruubii lammeesso'oo ciqilee kudhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Koolli dada ol-gubba'aa ta qaraa ka gama tokkoo ciqilee shan; ka gama kaanille ciqilee shan dheerata; qaccee koola gama tokkoo irraa haga qaccee koola gama kaanii ciqilee kudhan dheerata.