1 Kings 6:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekha suni lamaani wold'aatu Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo naqani, aka kooli isaani lamaani jiddu dinqa suniti woltuqe, kooli lamaani kaani girgida mana tuqu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiruubeelii lachuu mana keessa kaaye; koolli Kiruubeelii lamaaniituu badhatee koolli Kiruubii tokkoo gama tokkoon ijaarsa manaa tuqa; koolli Kiruubii lammeesso'oollee diriiree gama kaaniin ijaarsa manaa tuqa; koolli lamaaniituu mana keessatti wol tuqa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon koolli dada ol-gubba'aa ta koola qadduu ta lamaaniituu akkuma diddiriireeruun, dada ol-gubba'aa san Addee Irra Caalaa Woyyitti'ii ta gara keessaa san keessa keye; koolli dada ol-gubba'aa ta koola qadduu ka tokkochaa dhaaba manaa ka gama tokkoo tuqa; koolli dada ol-gubba'aa ka lammeesso'oo dhaaba manaa ka gama kaanii tuqa; koolli isaanii dhibiin wodhakkaa Addee Irra Caalaa Woyyittii sanitti wol tuqaayyu.