1 Kings 6:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle mana suni fuula isaa dura mana d'ibi iraa jaarani, ka d'eerinni isaa d'und'uma kud'ani ka ballinni d'und'uma diddama, ka ballinni isa haguma ballinna mana kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana woyyuu afoo hulee hara itti baafatantu jira; dheerinni baya balbalaa akkuma dalga mana woyyu'uu ciqilee diddama; dalgeen isaa mana woyyuu irraa ka'ee ciqilee kudhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dheerinni soroo kutaa guddittii Galma Waaqaatiin duraa, akkuma badhinna Galma Waaqaa ciqilee diddama teetee, karaa Galma Waaqaatiin duraan ciqilee kudhan dheeratti.