1 Kings 6:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala sunile akheekha waan koola qabaati ka boch'anifi meet'ifi daraaraani ch'okhani mid'aasani, ammalle balbalafi waan koola qabaafi meet'ile worqiini mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala lamaanuu muka ejersaa irraa hojjate, Kiruubeelii fi muka meexxi'ii fakii abaaboo dhooyee isaan irratti kaasee worqii itti maxxanse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni balbala muka ejersaa irraa hujante lamaanuu irratti fakkii dada ol-gubba'aa ta koola qadduu, fakkii muka meexxi'iitii fi fakkii daraaraa baqee tolchisiisee, fakkii dada ol-gubba'aa ta koola qadduu fi fakkii muka meexxi'ii kana irratti worqii itti gonfe.