1 Kings 6:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Mana suni dura naabo jaarani, ta mukha ejersatifi d'akhaani woli ke makhani jaarani, d'akha sadi ka wolgubbaa naqani ch'ufa gula mukha toko dagalchani kayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana woyyuu afo'otti hulee itti gad bayan takka hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Galma Waaqaatiin duratti badhinna dalleya keessaa ka gara keessaa, dhakaa bocame tarree sadiin, saanqaa muka hindheensaa tarree tokkoon ijaare.