1 Kings 6:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana suni jia lameeso ka Zifu jed'ani, ganna afreeso ka haga Solomonini hayyu tahe, yayabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni woyyuun Rabbii woggaa arfeesso'oo ji'a Ziif jedhamu keessatti ijaarame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon mootii te'ee woggaa arfeesso'ootitti, ji'a lammeesso'oo, ka «Ziif» jedhamu keessa, hundeen Galma Waaqaa keyante.