1 Kings 6:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akhaaye Mana sunini jaarani qara fulla keesaa qotaniti boch'ani mid'aasani, aka hojja mana suni jaaru jirani nami kokeesa burisa yokhaani d'agara yokhaani sibiila taatefu tokole ind'ageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaan manni woyyuun ittiin ijaarame hulema dhagaa san baasan sanitti bocanii midhaassan; kanaafuu hennaa manni woyyuun ijaaramu laagaan sibiila dhaga'aan baqassanii, ka dhaga'aan bocanii fi laagaan sibiila biraa hin dhagayamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhakaan Galmi Waaqaa sun ittiin ijaarame, adduma dhakaan jirutti bocamee waan qophoweef, Galmi Waaqaa yennaa ijaaramu, qoonqoon burrisaa, ta ura'aa yookiin ta sibiila dhibi'ii hin dhage'ane.