1 Kings 6:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbalti kuta mana jala aanutini seenani mana gudda sunini gama bitaa jirti, nami yo gubba koru fed'u faano gula olkore mana jiddutifi ka gubba aanu seena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balballi kutaa mana jalaa mana woyyuu mirga irraan jira; achiillee gara kutaa wodhakka'aatii gara sadeesso'oo dabarsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balbalti seensuma mana jalaa, Galma Waaqaa irraa gara kibbaatitti dhagganti; yaabbannoo gara mana mana irraa ka wodhakka'aatii fi ka sadeesso'ootitti ol bayanulle qaba.