1 Kings 7:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yayaba waan suni ch'ufa d'akhaaye gugurdo lafa keesaa qotani achumati mid'aasanini jaarani; d'akhaayeeni suni hagi toko d'und'uma saddeeti hagi tokoleeni d'und'uma kud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bu'uurri manaa ka hojjatameen dhagaa hulee dhagaa itti baqassanitti qophaaye dhagaa gugurda'aan ijaarame; dheerinni dhagaa bocamee ka tokkochaa ciqilee kudhan yookaan ciqilee saddeetiin dhagaa misha'aa fi gugurda'aan ijaaramee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hundee ijaarsa kanaa, dhakoota gugurdaa gatii guddo'oo, ka dheerinni isaanii ciqilee saddeetiitii fi ka ciqilee kudhaniititti keyame.