1 Kings 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akhaaye yayaba suni guba d'akhaaye d'ibi naqani, ka biima gula boch'ani, ammalle dareera hind'eesale gubba naqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaa gugurdaa kanniin irra dhagaa bocamee wol qixxaayee fi cufanaa muka birbirsaatiin ijaarame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhakoota gugurdaa kana irra, dhakoota wol qixxee te'ee bocamee fi buusaa hindheensaa hedduun jiran.