1 Kings 7:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naaboni mana hayyuutifi naaboni Mana Waaqa ta garaa keesatifi mani mana gudda iraa jaarani ka qara olseenanileeni girgida mukha hind'eesatifi d'akhaani wolkemakhani jaarani qaba — d'akha sadi ka wolgubbaa naqani ch'ufa gula mukha toko dagalchani kayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbalti gara gad itti bayanii, ka mana mootumma'aa hulee itti bayan ka mana woyyu'uu ka keessaatii fi balballi gara mana woyyuu seenaniin dhagaa korto'oo tartiiba sadihii dhagaa bocameen hojjatamee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhinni guddichi dalleya keessaa, akkuma badhinna dalleya keessaa ka Galma Mootii Waan Maraa ka gara keessaatii fi soroo isaa, dalleya dhaka'aa, dhakaa bocame tarree sadii fi buusaa hindheensaa tarree tokkoon marfamee ijaarameera.