1 Kings 7:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Huramuni sibiila didiima lama, ka aka utuba old'ad'aabani tume mid'aase, ka kamu d'und'uma kud'ani saddeeti, ballinni mata isaaleeni d'und'uma kud'ani lama. Duuba fuud'e balbala Mana Waaqa dura d'ad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiraam utubaa lamaa sibiila diimaa irraa hojjate; hojjaan utubaa tokkoo ciqilee kudha saddeeti; furdinni isaa ciqilee kudha lama; badhinni isaa taakkuu afur; utubaan lammeesso'oollee akkasuma ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiiraam utuboota sageettu'uu lama, ka tokko tokkoon isaatuu, hojjaan isaa ciqilee kudhanii saddeetii, furdinni isaalle ciqilee kudhanii lamaa huje.