1 Kings 7:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan aka okhoku, ka sibiila diima iraa mid'aasani fulla lama ch'ororsani barreesani ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ginnoo hojjatame lamaan bareechisu'uuf abaaboo Roomaani'ii gara lamaan itti hojjate; ginnoo maraafuu akkasuma godhe; naannaya ginnoo tokkoo abaaboo Roomaanii dhibba lamatu jira; ginnoo maraatuu akkasuma godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni guutuu utubootaa seesiisaaf, sageettuu akka midhaan «Rumaan» jedhamuu, haachaba sanitti naannessee tarree lamatti huje; guutuu lamaaniifuu ta wol fakkaatu huje.