1 Kings 7:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Huramuni utuba sibiila diima suni lamaani balbala Mana Waaqa dura d'ad'abe: ka bita aanuni Yakini jed'ani, ka mirga aanuni Boazi jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Utubaa lamaanuu balbala mana woyyu'uu afoo dhaabee, utubaa gara kibbaatiin, «Yaakiin» jedhee maqaa itti baase; utubaa gara kaabaa dhaabellee «Bo'eez» jedhee maqaa itti moggaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiiraam utuboota lamaan san, soroo Galma Waaqaa duratti dhaabe; utubaa gara kibbaa «Yaakiin » jedhee moggaase; utubaa gara kaabaa «Bo'az » jedhee moggaase.