1 Kings 7:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Afaani haro suni ka ala waan aka buqe, ka sibiila diimani mid'aasani, fulla lama ch'ororsani naqani. Buqefi haro suni sibiiluma taka iraa tumani mid'aasani, ka wolti eju.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan gonga'aa duuba irraan wol fakkaataa ta'ee roga buqqe'ee ka sibiila diimaa irraa hojjatame; inni roga tartiiba lamaan kakkaayame qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Irga afaan waaba'aatiin jala gara duubaatiin, fakkiin buqqi'ii kudhan ta sageettuu irraa hujante, ciqilee tokko tokkotti kudhan kudhaniin, tarree lama lamaan marfanteerti.