1 Kings 7:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haro suni koromi kud'ani lama, ta sibiila diimani mid'aasani, gubba kayani, ka koromini suni sadi sadiini gama afraanu fuula gama gama deefate ejaanjitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gongaan sun fakii sangoota kudha lamaa ka sibiila diimaa irraa hojjatame irra taa'eera; isaan keessaa sadiin gara kaabaa, sadiin gara dhiyaa, sadiin gara kibbaa, sadiin garuu gara baya biiftu'uu laala; gongaan kunniin fakii sangoota kanniiniititu irra jira; duddi garuu gara keessaa aana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waabaan bisaanii sun, dudda fakkii korommii kudhanii lamaa, ta sageettuu irraa hujantee, sad gara kaabaa, sad gara kibbaa, sad gara aduun baatu, sad gara aduun seentutti fuula galanee hudduu wolitti galaneeranu irra dhaabbateeraayyu.