1 Kings 7:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Furdinni sibiila haro sunini mid'aasani, haguma ballinna gana harka namaa, afaani isiileeni aka daraara hooma qoqonyatani. Harooni suni bisaani d'ebbe haga kuma lamafa fuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Furdinni ladda gonga'aa taakkuu tokko; badhinni afaan isaa abaaboo suufii fakkaatuun hojjatame; gongaan kun bisaan haga liitirii kuma afurtamaa qabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Furdinni waabaa sanii haga ganaa harkaa ti; irgi afaan isaalle akka irga afaan muduunu'uu hujamee, fakkii daraara'aa fakkaata; waabaan kun bisaan gara litirii kuma afurtamaa qabata.