1 Kings 7:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Huramuni ammalle waan aka gaari kud'ani, ka sibiila diimani mid'aasani mid'aase, ka kamu d'eerinni isaa d'und'uma afuri, ballinnileeni d'und'uma afuri, old'eerinni d'und'uma sadi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiraam teessoo kudhanii ka dheerinni teessoo tokkoo ciqilee afurii, dalgi ciqilee afurii fi hojjaan isaa ka ciqilee sadihii sibiila irraa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiiraam sageettuu irraa waan meya irra keyatanu, ka korboo qabu kudhan huje; tokko tokkoon isaanii dheerinni ciqilee afur, badhinni ciqilee afur, hojjaan ciqilee sad.