1 Kings 7:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki waan suni mid'aasani akana: Mikhikila sibiila mimid'aasani sibiila balla d'ibi dirirsani jiddu kayani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sibiila badhaa midhaassanii jidduu kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akki wonni meya irra keyanu kun hujamane asii gad jira: isaan sageettuu baxxittii roga afurii ta kiphaa qajeelee dhaabbattetti qassiifante qabaniiyyu.