1 Kings 7:3 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Munni dalgaa ka utubaa irra jiru ka cufanaa birbirsaatiin uwwifamee ture; utubaan gama tokkoon ciqilee kudha shan, gama tokkoon ciqilee kudha shan tartiibaan ta'ee afurtamii shanii ijaaramee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tarree tokko tokkoo irra utuboota kudhanii shan, wolumatti utuboota afurtamii shan qaba; utuboota kana gubba'atti heellichoo muka hindheensaa irraa hujantetti jira.