1 Kings 7:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Miili isaa aka miila gaari fardi hirkisu jira. Wonti isaani mid'aasani suni ch'ufti haguma geetuuni sibiila diima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karrisaanillee karrisaa gaarii fardaa fakkaata; wonti isaan wolitti qabsiifameerullee ka sibiila baffame irraa hojjatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Korboon tun korboo garreettaa fardaan harkifamuu fakkaatti; uleen isi'ii, rogi afaan isi'ii, dagaleen isi'iitii fi urati uleen isi'ii keessa seenu, sageettuu irraa hujame.