1 Kings 7:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaari suni ch'ufa gubbaa sibiila furdinni isaa taaku tokotini marsani mid'aasani; waan gaari suni jabeesatifi sibiila balla diriira ka garaa keesale, sibiila taka iraa mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Teessoo sanniin irra waan korbobboo fakkaatu ka haga taakkuu tokkootitu jira; teessoon sunillee waan qabatanii fi itti irkatan qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qaccee waan meya irra keyanuu irra, wonni akka qube'ee naanneffamee, taakkuu tokko ol dheeratu jira; utubootaa fi sageettuun baxxittiin isaa, mataa waan meya irra keyanuu woliin, wolitti qassiifamaneeran.