1 Kings 7:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba aki waan aka gaari suni mid'aasani akasi; gaarini sunini ch'ufti akuma taka jira, waan ch'ufaani wolfakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Teessoo kudhanii ka biftinii fi ka hanni isaa wol qixxaayu hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiiraam akka kanaan waan meya irra keyanu kudhan huje; wonni meya irra keyanu kun martinuu, addee takka'atti waan baqisiifamaneef, hagii fi akki isaanii martinuu tokkochuma.