1 Kings 7:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gaari shani gama bitaa ka Mana Waaqa naqe, shanile gama mirga naqe; ammalle. Haro taanile moga Mana, ta bitafi ila boru jiddu lamaani jirtu, kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiraam teessoo shanii manaan gara kibbaa gara baya biiftu'uutiin, teessoo shanii gara kaabaatiin; gongaa garuu mana woyyu'uu gara kibbaa gara baya biiftu'uutiin Aazeebiin ladda kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan meya irra keyanu san keessaa shan, Galma Waaqaa irraa gara kibbaa, shan gara kaabaa keye; qorii itti dhiqatanu ammoo, roga Galma Waaqaa irra kibba irraa gara baya adu'uutitti keye.