1 Kings 7:41 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Utubaa lamaa ginnoo gingilcha'aa lama, waan ginnoo bareechisu, sibiila akka gingilcha'aatitti dhayaman lama,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Utuboota lama, qaccee utubootaa irratti guutuu akka qori'ii jirtu lama, waan akka haachabaa lama, ta guutuu utuboota irraa lama ittiin seesanu,