1 Kings 7:42 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
sibiila akka gingilcha'aatitti dhayame midhaassu'uuf waan akka abaaboo Roomaani'ii dhibba afur hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haachaba lama, guutuu akka qori'ii jirtu lama ta qaccee utuboota irraa seesiisaaf, tarree lamaan ka hujame waan akka midhaan «Rumaan» jedhamuu dhibba afur,