1 Kings 7:45 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
keree waan qabsiisanii fi keree baay'ee hojjate. Kiraam mana woyyuu Rabbii ka Solomoonii sibiila qulqullu'uun ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Okkotee, waan daadhaa ittiin haranuu fi qorii dhiiga fiffixanu qabattu, Hiiraam tajaajila Galma Waaqaatiif meya kana mara mooticha solomooniif, sageettuu morodante irraa huje.