1 Kings 7:46 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan akana ch'ufa bale Yordani keesa, jiddu Sukothifi Sarethani, ta biyye faara qabduti, mid'aasa jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen mootichi Solomoon waan kanniin maraa itti hojjachiise dhooqa Yoordaanosii, Suukootii fi Tsartaa jidduu jiru ka bakka sibiila itti bassanitti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon waan kana mara dhooqa Yordaanosii keessatti, addee sibiila itti baqisiisanu ta faara irraa hujante ta Suukootii fi Zaaretaan wodhakkaa jirtu keessatti hujisiise.