1 Kings 7:47 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan sibiila suni guddo hedutifi Solomonini ulfinna isa inilaale, tanaafi ulfinna isaa nami haga beekhu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon meeshaan manaa waan baay'ateef uduu hin bikkine kaaye; kanaafuu ulfaatinni isaa hagam akka ta'e hin beekkamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mey kun bacaa waan te'eef, mootichi Solomoon hin madaalchinne; tanaaf madaalliin sageettu'uu hagam akka te'e hin beekkanne.