1 Kings 7:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini ammalle miha Mana Waaqa, ka worqiini mid'aasani, mid'aase: Waan sorio irati baasani, mesa qit'a Waaqaa baasani ira kayani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaan Solomoon mana woyyuu Rabbiitiif hojjachiise hulee ciinca'aa ka worqi'iin hojjatame, gabataa worqii irraa hojjatame ka xoroshoo irratti dhiyeessan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon ammalle tajaajila Galma Waaqaatiif, meya asii gad jiru hujisiise; mey kunille addee ciinca'aa ta worqii irraa hujante, xarapheessaa worqii irraa hujame ka daabboo Waaqa dura dhikaattu irra keyanu,