1 Kings 7:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan ifseeni ira ejaanjitu kud'ani, ta Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo dura ejaanjitu, ta shani gama mirga ejite shanileeni gama bitaa ejitu: Daraara, ifse, qad'abe;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baattuu ibsa'aa ka hulee woyyittii woyyootaa afoo taa'an, gara kibbaatii shan, gara kaabaatiinillee shan ka worqii irraa hojjatame, abaaboo worqi'iitii fi baattuu ibsa'aa, meeshaa ibidda ittiin qabsiisan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
meya worqii qulluu irraa hujame waan issaan irra keyamu, ka addee irra caala woyyittii ta gara keessaa dura, shan gara kibbaatiin, shan gara kaabaatiin keyanu, daraaraa, issa'aa fi qaraphaa ibiddaan tuqanu,