1 Kings 7:50 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
muduunu, waan ifseeni d'aanfani, qori, waan hit'aana keesati aarsani, daboola ch'ile ibidatini fuud'ani; ammalle sibiila mikhikila balbala Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullootifi balbala alalle. Miha kana ch'ufa worqiini mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
qadhaba'aa fi xuwwee worqii irraa hojjataman, kere'ee fi mooqqaa, gaabsee, cufanaa mana woyyu'uu fi ta hulee woyyittii woyyootaallee worqii misha'aan hojjachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
muduunuu, qaraphaa issa'aan dhaanfanu, qorii dhiiga fiffixanu qabattu, girgiraa, waan ibidda irratti bobeessanu, maaxafaa balbala kolloo Addee Irra Caalaa Woyyittii ta gara keessaatii fi ka kutaa guddittii Galma Waaqaa ka worqii qulluu irraa hujame huje.