1 Kings 7:51 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Solomonini huji ijaarsa Mana Waaqa ch'ufa hobaase jennaani kuta Mana Waaqa ta keesati woi olnaqani, waan abbaani isaa Daudini duri AABBO Waaqa olkaye ch'ufa achiti olkaye — qarsifi worqifi miha kaani ch'ufale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon mana woyyuu ijaaree haga fixeen maayessa birrii, worqi'ii fi meeshaa biraallee ka abbaan isaa Daawiti hujii mana woyyuu Rabbiitiif fooyee mana meesha'aa ka mana woyyu'uu keessa kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon hujii Galma Waaqaa mara fixeen duuba, abbaan isaa Daawiti tajaajila Galma Waaqaatiif waan addaan baase mara meetii, worqi'ii fi meya dhibii addee meya Galma Mootii Waan Maraa massanutti masse.