1 Kings 7:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Solomonini galma d'eera ka utuba heddu qabu jaare, d'eerinni isaa d'und'uma shantama, ballinni d'und'uma sodoma. Ammalle galma suni ch'icha isaa gaadisa iti jaarani, ka gubba duuchani utuba jala d'ad'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mana utubaa baay'ee qabu ka ciqilee shantama, badhinni ciqilee soddomaa galma afoo madabii irra dhaabatan ka utubaa qabu hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon galma utuboota heddu'uu, ta dheerinni isi'ii ciqilee shantamaa, badhinni isi'ii ciqilee soddomaa ijaare; kutaa guddittii san dura soroo utuba'aan utubanteertutti jiraayyu.