1 Kings 7:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle mana inni iti galu, ka mana dubbi iti qorani duuba jiru, akuma kaani jaarani. Ammalle inni mana akasi suni niiti isaa, ta dubra hayyu Misiriti, jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galma dhaddacha murti'ii duubaan raasaa jirutti gamoo ufii keessa jiraatu akkuma gamoo kaawwaniititti hujjisiise; haadha manaa ufii mucattii mooticha biyya Misirii ta Fari'ooniitiifillee manuma kana fakkaatu ijaareef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manni isaa ka inni keessa le'u, galma haqaatiin wol fakkaata; manni kunille galma haqaa irraa gara duubaatiin jira; Solomoon haadha manaa ifii, intala mooticha Gibxi'iitiifille mana galma haqaatiin wol fakkaatu ijaare.