1 Kings 7:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maneeni tana ch'ufafi naabo guddole d'akhaaye dadansaani jaarani, haga jala fuud'ani gubbati d'aabani. D'akhaaye suni ch'ufa lafa keesa qotani, biima taka gula boch'ani, keesafi ala isii sibiilani qajeelchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gamoo kanniin maraa bu'uura irraa jalqabee haga bakka itti dhumatuu duraa duubaan dhagaa bocamee bareedeen ijaarame. Diidaanillee haga hulee itti bayanii akkasuma ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijaarsi kun duudiin alaa haga badhinna guddicha dalleya keessaatitti, hundee ijaarsaatiin jalqabee, haga jinjimaatii isaatitti, dhakoota gatii guddo'oo ka wol qixxee te'ee, duraa fi duubaan bocameen ijaarame.