1 Kings 8:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato qaaloleeni Mana Waaqa keesa gabahuti jirtu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma gadoonni mana woyyuu keessaa bayaniin duumessi mana woyyuu Rabbii keessa guute.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa hayyooti addee woyyittii san keessaa gad baate, duumensi Galma Mootii Waan Maraa keessa guute.